ODUU/NEWS

HRW Lolli Tigraayitti deebi’ee ka’e sarbama mirgaa geessisuu akka malu ibse. OFM:Fulbaana.25/2026.Dhaabbanni mirga namoomaf falmu Hiyuuman Raayits Wooch (HRW) lolli haaraan kaaba Itiyoophiyaatti deebi’ee eegale, lammiileen nagaa sarbama mirga namoomaa…

ODUU/NEWS

Hogganootni waraanaa Sa’udii,Turkiifi Paakistaan akkaataa Sa’udii qarqaaranirratti mari’achuufi. OFM:Fulbaana.25/2026.Hogganoonni waraanaa Saa’udii, Turkiifi Paakistaan waliigaltee waraanaa dhihoo walii mallatteessan bu’uura godhachuun akkatti Sa’udii qarqaaranirratti marii taasisuuf tahuun gabaafame. Oduun kuni kan…

ODUU/NEWS

Waraana Yaman keessatti deemaa jiruun namoonni kuma 112 ol buqqa’an; kanneen kumaatamaan lakkaawaman gara Jibuutiitti baqatan. OFM:Fulbaana.19/2026.Yaman keessatti namoonni 112,000 ol qe’ee isaanii irraa buqqa’anii,kanneen gara 3,000 ta’an ammoo waldhabdee…

ODUU/NEWS

OFM:ODUU HAARAWA:Fulbaana.19/2026 •••••••••••••••••• US waldhabdeen Sa’uudii fi Huutii saffisaan hammachuu waan danda’uuf lammiileen Baha Jiddu Galeessaa “of eeggannoo ol”aanaa” akka godhan akeekkachiifte. Ameerikaan lammiileen isii Iraaq, Baahireen, Omaan, Sa’uudii Arabiyaa,…